Jump to content

Garaagarumma foyyeeffata "Burkutaa'inna Xaanxawaa (Radioactive decay)" gidduu

Wikipedia irraa
Content deleted Content added
bNo edit summary
bNo edit summary
Sarara 1: Sarara 1:
[[File:Alpha_Decay.svg|thumb|300x300px| Alfaa niwukilaasiin manca’uun suddoo alfaa niwutiroonii lamaa fi pirootonii lamaa ni baasa; niwukilasii [[heeliyeemii]] jedhamuunis beekama.]]
[[File:Alpha_Decay.svg|thumb|300x300px| Alfaa niwukilaasiin burkutaa’uun suddoo alfaa niwutiroonii lamaa fi pirootonii lamaa ni baasa; niwukilasii [[heeliyeemii]] jedhamuunis beekama.]]Uumama keessatti gochoota gurguddoon hedduun naannoo keenyatti raawwataman kan hin hubatamnedha. Biifamni fi xuuxamuun taateewwan yeroo atoomii keessatti raawwatamu osoo hin hubatamin hafan keessaa muraasa. Xaanxeeffamni amaloota wantoo akkasii keessaa tokko yoo ta’u, biifamuu annisaa [[suudoowwan cita-atoomawaa]] tasa raawwatamudha. Barreeffama kana keessatti waa’ee xaanxeffamni maal akka ta’e caalaatti kan hubbachisuu ta'a.

'''caccabbinsa xaanxeffama( Radioactive decay))''' adeemsa niwukilaasiin atoomikaa tasgabbaa’aa hin taane [[Madaana|raadiyaashiniin]] anniisaa itti dhabudha. Meeshaan niwukilasii tasgabbaa'aa hin taane of keessaa qabu akka ''xaanxeeffaama'' fudhatama . Gosoota manca'iinsa baay'inaan mul'atan keessaa sadii manca'iinsa alfaa, beetaa fi gamaa yoo ta'an hundi isaanii [[Suudoowwan cita-atoomawaa|suddooo]] gadi lakkisuu kan of keessaa qaban . Humni dadhabaan mala manca’iinsa beetaatiif itti gaafatamummaa qabu yoo ta’u, lamaan hafan ammoo humna elektiromaagneetiizimii fi niwukilaraatiin kan bulfamanidha .
== Xaanxeeffamni maali? ==
Sababa sukaa'inna dhabuu niwukilariitiin niwukilaasiin atoomii tokkoo taatee '''Reediyoo-aktivitii ykn Xaanxeffamaa''' agarsiisa. Anniisaan sababa madanaa niwukilasii miti-sukaa'oo keessaa biifamaniin ni bada. Humnoonni lama, jechuunis humna ofirraa ficcisuu kan elektiroo-istaatikii fi humnoonni harkisaa cimaa niwukilasii; niwukilasii walitti qaba. Humnoonni kun lamaan naannoo uumamaa keessatti garmalee ciccimoo ta’anii ilaalamu. Carraan sukaa'ina dhabuu qunnamuu akkuma guddinni niwukilasii dabalaa deemuun dabalaa deema sababiin isaas ulfaatinni niwukilasii yeroo walitti qabamu baay’ee waan ta’uuf. Kanaafidha atoomonni Pilutooniyeemii, Yuuraaniyeemii garmaleemiti-sukaawoo fi taatee xaanxeffamaa keessa darbaniif.Heenrii Bequerel akka tasaa raadiyoo'aktiviitii argate. Kompaawundii Yuuraaniyeemii tokko kaazinaa gabatee suuraa of keessaa qabu, waraqaa gurraachaan marfame keessa kaa'ame. Boodarra gabateewwan sun yeroo qorataman akka saaxilaman hubatameera! Saaxilamummaan kun '''yaadiddama burkutaa'inna xaanxawaa (Radioactive decay)''' jedhu uume. Raadiyoo’aktiviitiin bifa akkasiitiin mul’achuu danda’a

* Burkutni Gaammaa(suudifoota anniisaa guddaa qaban biifu) .
* Burkutni beettaa (Biifa Elektiroonota of keessaa qaba) .
* Burkutni alfaa (biifa [[Niwukilasii atoomii|killata]] hiliyeemii of keessaa qaba ) .

[[Category:Kemistirii]]
[[Category:Fiiziksii]]
[[Category:Xin-seerummaamaa]]

Foyyeeffata hamma 19:54, 15 Haggaya 2024

Alfaa niwukilaasiin burkutaa’uun suddoo alfaa niwutiroonii lamaa fi pirootonii lamaa ni baasa; niwukilasii heeliyeemii jedhamuunis beekama.

Uumama keessatti gochoota gurguddoon hedduun naannoo keenyatti raawwataman kan hin hubatamnedha. Biifamni fi xuuxamuun taateewwan yeroo atoomii keessatti raawwatamu osoo hin hubatamin hafan keessaa muraasa. Xaanxeeffamni amaloota wantoo akkasii keessaa tokko yoo ta’u, biifamuu annisaa suudoowwan cita-atoomawaa tasa raawwatamudha. Barreeffama kana keessatti waa’ee xaanxeffamni maal akka ta’e caalaatti kan hubbachisuu ta'a.

Xaanxeeffamni maali?

Sababa sukaa'inna dhabuu niwukilariitiin niwukilaasiin atoomii tokkoo taatee Reediyoo-aktivitii ykn Xaanxeffamaa agarsiisa. Anniisaan sababa madanaa niwukilasii miti-sukaa'oo keessaa biifamaniin ni bada. Humnoonni lama, jechuunis humna ofirraa ficcisuu kan elektiroo-istaatikii fi humnoonni harkisaa cimaa niwukilasii; niwukilasii walitti qaba. Humnoonni kun lamaan naannoo uumamaa keessatti garmalee ciccimoo ta’anii ilaalamu. Carraan sukaa'ina dhabuu qunnamuu akkuma guddinni niwukilasii dabalaa deemuun dabalaa deema sababiin isaas ulfaatinni niwukilasii yeroo walitti qabamu baay’ee waan ta’uuf. Kanaafidha atoomonni Pilutooniyeemii, Yuuraaniyeemii garmaleemiti-sukaawoo fi taatee xaanxeffamaa keessa darbaniif.Heenrii Bequerel akka tasaa raadiyoo'aktiviitii argate. Kompaawundii Yuuraaniyeemii tokko kaazinaa gabatee suuraa of keessaa qabu, waraqaa gurraachaan marfame keessa kaa'ame. Boodarra gabateewwan sun yeroo qorataman akka saaxilaman hubatameera! Saaxilamummaan kun yaadiddama burkutaa'inna xaanxawaa (Radioactive decay) jedhu uume. Raadiyoo’aktiviitiin bifa akkasiitiin mul’achuu danda’a

  • Burkutni Gaammaa(suudifoota anniisaa guddaa qaban biifu) .
  • Burkutni beettaa (Biifa Elektiroonota of keessaa qaba) .
  • Burkutni alfaa (biifa killata hiliyeemii of keessaa qaba ) .